
Open, never hesitate to express myself for what I believe is right, In my mind #Farmers #FarmlandMustProduceFood #EnvironmentProtection4Life #Climate4Humanity
Joined September 2016
- Tweets89.8K
- Following1.8K
- Followers13K
- Likes62K
Pinned Tweet
The Great leader of the 50+ million Oromo people! #JaalMarrooDiriba
#OLF_OLA_Is_TheFutureOfOromia And #OromoNation
#OROMIYAAN_BIYYA
#OromiaIsACountry
#TheFlag❤️💚❤️
Waraanni Bilisummaa Oromoo WBO'n Zooniilee garagaraa keessatti tarkaanfii waraana faashistii Bilxiginnaa irratti fudhatu jabeesse itti fufuun Diishqaa dabalatee meeshaalee waraana hedduu irra hiikkachuu beeksise! Gabaasa Tarkaanfii ONM-ABO Sadaasa 6, 2026… qbo-abo-wbo.org/2026/11/06/w…
Waamicha Kabaja Guyyaa 𝐅𝐃𝐆 Irraa Qooda Fudhachuu Guyyaan Fincila Diddaa Garbummaa (FDG), Sadaasni 9, Ummata Oromoo mara biratti guyyaa seena-qabeessa dha! Jaarmiyaa ABO-WBO Biyya Alaa qbo-abo-wbo.org/2026/11/05/w…
.
Yaadannoo Guyyaa Fincila Diddaa Gabrummaa
.
📅 Saturday, November 7, 2026
🕗 8:00 PM Oromiyaa Time
.
JOIN US LIVE ON:
Facebook | YouTube | TikTok | Zoom Webinar | 𝕏 | IMO
.
ZOOM WEBINAR Info:
us02web.zoom.us/j/8813776410…?…
Webinar ID: 881 3776 4101
Passcode: 964483
#YGFDG26
Dhimma: Waamicha Kabaja Guyyaa FDG Irraa Qooda Fudhachuu! Jaarmiyya ABO-WBO Biyya Alaa qbo-abo-wbo.org/2026/11/05/d…
Dhiittaa mirga namoomaa Oromiyaa keessatti raawwatama jiru, Tarkaanfii Waraana Bilisummaa Oromoo, Sodaa Bilxiginnaa fi uggura midiyaalee, Lola naannoo Tigraay Ilaalchisuun turtii Jaal Daandii Elemoo fi Jaal Nimoonaa Sabaa waliin taasisne! Qophii Oobdii Ya… qbo-abo-wbo.org/2026/11/05/d…
Yaadannoo Guyyaa Fincila Diddaa Gabrummaa! Jaarmiyya ABO-WBO Biyya Alaa, Sadaasa 7, 2026 qbo-abo-wbo.org/2026/11/05/y…
Bulchiinsa Magaalaa Daalattiitti ilmaan Oromoo loltoota faashistii Bilxiginnaa fi humna Addaa Naannichaan namoonni 14 ol ajjeefamuu fi saamicha raawwatamaa jiraachuun himame! Gabaasa Addaa ONM-ABO Sadaasa 5, 2026 Itti Dhiyaadhaa! qbo-abo-wbo.org/2026/11/05/b…
Aanaa Baakkoo Tibbeetti haleellaa Diroonii Murni Bilxiginnaa Uummata nagaa irratti raawwateen namoonni 10 ol ajjeefamuun hedduun madaa'uun dhaga'ame! Gabaasa Addaa ONM-ABO Sadaasa 5, 2026 Itti Dhiyaadhaa! qbo-abo-wbo.org/2026/11/05/a…
Turtii Jiraataa Aanaa Baakkoo Tibbee waliin taasisne! Qophii Addaa ONM-ABO Sadaasa 5, 2026 Itti Dhiyaadhaa! qbo-abo-wbo.org/2026/11/05/t…
Waraanni Bilisummaa Oromoo WBO'n Zoonii Madda Albuudaa miseensoota waraana haaraa yeroo dheeraaf leenjiisaa ture xumursiisuun eebbisiisu beeksise! Qophii Addaa ONM-ABO Sadaasa 5, 2026 Itti Dhiyaadhaa! qbo-abo-wbo.org/2026/11/05/w…
Turtii Jiraataa Lixa Shaggar waliin taasisne! Qophii Addaa ONM-ABO Sadaasa 5, 2026 Itti Dhiyaadhaa! qbo-abo-wbo.org/2026/11/05/t…
WBO'n Zoonii Lixaa naannoo Beenishaangul-Gumuz Bulchiinsa Magaalaa Daalattiitti diina adabuun Dishqaa dabalatee meeshaalee waraanaa hiikkachuun mooricha keessaa baasuun ifoomeera! Gabaasa Tarkaanfii ONM-ABO Sadaasa 5, 2026 Itti Dhiyaadhaa! qbo-abo-wbo.org/2026/11/05/w…
Raadiyoo Arraata Biyyoolessa Oromiyaa Sadaasa 4, 2026 Itti Dhiyaadhaa! qbo-abo-wbo.org/2026/11/04/r…
Diraamaa Gabaabaa ONM-ABO Sadaasa 4, 2026 Itti Dhiyaadhaa! qbo-abo-wbo.org/2026/11/04/d…
የነፃነት ጮራ (Guca Bilisummaa) ONM-ABO ህዳር 4-2026 teapawt.net/i/broadcasts/2YRnvMRWQ…
Asnaketch Woldetensa retweeted
Diraamaa Gabaabaa ONM- ABO Sadaasa 4-2026 itti dhiyaadhaa! teapawt.net/i/broadcasts/2WXKXMlay…
Press Release:Somali Region forces attack Oromo civilians in Moyale | Dr Trevor Trueman | 3 November 2026 qbo-abo-wbo.org/2026/11/03/p…
Does the European taxpayers’ contribution to efforts to stop the war in Ukraine 🇺🇦 give Ukrainian soldiers the right to enter Ethiopia and support Abiy Ahmed’s war against his own people?
Video footage reportedly shows individuals identified as Ukrainian soldiers going door to door in Tigray and entering people's homes. They were identified as a drone operators.
Who authorised their presence? What is their mission? And under whose authority are they operating in Ethiopia? Why don't they fight for their countries freedom against the dictator Putin?
Is the harassment and intimidation of Ethiopian civilians acceptable? Are European taxpayers aware of what their money may be supporting?
The European Union, the United Nations and international human rights organisations must investigate these allegations and demand accountability.
Watch the video footage at and judge for yourselves!
@EUinEthiopia @euronews @eu_echo @EUCouncil @UN @hrw @UN_Spokesperson @UNHumanRights @UN_Women @UNGeneva
#StopFascistAbiy #RemoveFascistAbiy #Tigray #Ethiopia #HumanRights
“I’m not afraid of the authorities,” says @Jawar_Mohammed in the video below. He continues: “They never threatened me; the authorities never laid a hand on me. Before I came to the EU to express my self freely, I reluctantly went back home. I had given it a lot of thought, and I had even said goodbye to my mother.”
Yes, you are free to express yourself, advise Fascist Abiy, and applaud his devilish army, too. Dozens of your social media appearances have made that abundantly clear.
But here is the question: How could Fascist Abiy cut off your internet access when we all witnessed you enjoying internet access during your so-called in prison?
#AbiyRegimeAgent #RegimeMouthpiece #AbiyPropaganda #PoliticalPuppet #RegimeCollaborator #PoliticalHypocrisy #Oromo #Oromia #Ethiopia





