Oduu: #Itiyoophiyaa fi Ameerikaan pirojektii buufata xiyyaaraa #Bishooftuu irratti daldalaa fi invastimantii babal’isuu fi tumsa waliinii irratti mari’atan.
Finfinnee, Sadaasa 21, 2026: Itoophiyaafi Ameerikaan daldala biyyoota...
Dabalataaf👇🏿
addisstandard.com/Afaanoromo…
1
42
Saa’udiifi Gamtaan ishee buufata doonii Yaman haleelan; Humnootni Huutiis dhaabbileen yabalaa buufataalee doonii Saa’udiirraa akka fagaatan akeekkachiisan
Guutuu gabaasa kanaaf cuqaasi 📷
addisstandard.com/Afaanoromo…
Odeessa Guyyuu: Qorannoon #NYT akka agarsiisutti #UAE buufataalee xiyyaaraa #Berberaaafi #Bosaasoo gara buufataalee waraanaatti kan jijjiirte yoo ta’u ; #Ameerikaanis itti fayyadama ishee qorachaa jirti
Dabalataaf👇🏿
addisstandard.com/Afaanoromo…
#Itoophiyaan Mana Maree Dhaabbata Siiviil #Aviyeeshinii Idil-addunyaa babal’ate keessatti sagalee 133n filatamte
Cuqaasi 📷
addisstandard.com/Afaanoromo…
1
1
99
Qondaalli #Sudaan #Itoophiyaa fi #Sudaan_Kibbaa tasgabbii dhabuu naannichaa hammeessuun himatan
Cuqaasi 📷
addisstandard.com/Afaanoromo…
Barreeffamawwan Seenaa Bar-Dhibba 15ffaa fi Fannoowwan Bar – Dhibba 18ffaa #Itoophiyaa kan harka nama dhuunfaa turan Abbaa Taayitichaaf kennaman
Cuqaasi 👇🏿
addisstandard.com/Afaanoromo…
55
#Odeessa_Guyyuu: Koreen #UN murtii hiree murteeffannaa #Falasxiin sagalee mormii 8 fi sagalee deggersaa 162'n raggaasise
Cuqaasi 📷
addisstandard.com/Afaanoromo…
Kirkirri lafaa #Fantaalleetti mudatee ture gaasii Miiteenii Kiilo toonii 38, CO2 Meegaatoonii 2.9 gad lakkisuu qorannoon ibse – Qorattoonni volkaanoon utuu hin dhoone gaasii hammanaa lakkisuun adda jedhu
Cuqaasi 📷
addisstandard.com/Afaanoromo…
47
Odeessa Guyyuu: Mootummaan #Ameerikaa akeekkachiisa imala naannolee #Affaar, #Amaaraa, fi #Tigraay haaromse.
Finfinnee, Sadaasa 20, 2026: Mootummaan Ameerikaa lammiileen isaa gara naannolee Itoophiyaa kanneen akka Affaar, Amaaraa fi Tigraay...
addisstandard.com/Afaanoromo…
1
51
#Odeessa_Guyyuu: #ICJ’n murtii seena-qabeessa sagalee 9-6n kenneen, #Miyanmaar #Roohiingiyaa irratti duguuggaa sanyii raawwachuu ishee mirkaneesse
Cuqaasi 📷
addisstandard.com/Afaanoromo…
86
#Odeessa_Guyyuu: #Moqaadishoon sa’aatii 72 keessatti ambaasaaddarri ishee akka bahu ajajuu hordofuun #UAE’n ‘tarkaanfii diinummaa’ Somaaliyaa balaaleffatte
Cuqaasi 📷
addisstandard.com/Afaanoromo…
50
Daandiin Xiyyaaraa #Itoophiyaa rakkoo Daataa taajaajila maammiltoota isaa addaa ittiin keessummeessu ‘Sheebaa Maayilsi’ mudate jedhame qorataa jiraachuu ibse
Cuqaasi 📷
addisstandard.com/Afaanoromo…
61
Oduu: Kibba #Itoophiyaatti Walitti bu’iinsa #Moyyaaleetiin namoonni 700,000tti dhiyaatan qe’ee isaanii irraa buqqa’an: #Islaamik_Riliif
Cuqaasi 📷
addisstandard.com/Afaanoromo…
1
45
Oduu: Haleellaan diroonii fi dhukaasni meeshaalee waraanaa ulfaatoo halkan naannoo #Badimmeetti dhaga’ame; muddamni daangaa #Itoophiyaa fi #Ertiraa dabalaa jira
Cuqaasi 📷
addisstandard.com/Afaanoromo…
#Somaaliyaan ambaasaaddarri #UAE sa’aatii 72 keessatti akka biyyasheetii ba’an; Ergamaan Somaaliyaa Abu Daabii jiranis gara biyyattii akka deebi’an ajajjje
Cuqaasi 📷
addisstandard.com/Afaanoromo…
32
Waldaan Fannoo Diimaa #Oromiyaatti rakkoon namoomaa hammaataa jiraachuu akeekkachiise, walitti bu’iinsifi buqqaatiin jiraattota gooluus ibse
Guutuuf cuqaasi📷
addisstandard.com/Afaanoromo…
1
55
Hogganaan Abbaa Taayitaa Buufata Doonii #Somaalilaandi Buufata Doonii Ashdood #Israa’el daawwachuun wixinee waliigaltee waljijjiiran
Cuqaasi 📷
addisstandard.com/Afaanoromo…
54
“Abayitu’n hanqina #Oksijinii tajaajila #fayyaa biyya keessaa furuun fedha” Mudhataa Bariisoo – dargaggoo meeshaa Oksijiinii yaala fayyaaf oolu omishu hojjetee dorgommii biyyaalessaa injifate
Mudhataan kalaqa isaa kanaaf karoora guddoo qaba dubbisaa 📷
addisstandard.com/Afaanoromo…
64
Odeessa Guyyuu: Keeniyaan deeggarsa waraanaa Yuuroo miliyoona 20 argachuun #Gamtaa_Awurooppaa waliin tumsa ittisaa cimsatte
Finfinnee, Sadaasa 19, 2026: #Keeniyaa fi Gamtaan Awurooppaa deeggarsa waraanaa Yuuroo miliyoona 20, tumsa nageenya...
Dabalataaf
addisstandard.com/Afaanoromo…
44
#Odeessa_Guyyuu: #EU'n lammiilee nagaa walitti bu’iinsa #Moyyaleen buqqa’aniif gargaarsa hatattamaa Yuuroo 550,000 ramade
Cuqaasi 📷
addisstandard.com/Afaanoromo…




















