Dhiirti Gammoojjii qawwee walumaan guddatti. Akkuma Qun✖️urroo waliin dhalattee jedhuu dandeetta.
Hoo of Bartuu rarraafattee of agarte.
Kanaaf Hiikkadhu jedhamuurra Dû‘a filatti!
Nama hiikkadhu jedhuunillee qaamaan agarraan dhabama tolchiti.
Warri Hiikkadhu Jettan armaan achi Gammoojjii buunaan ya nyaadhamtan!
Jechumaafi 🫵
በምክንያታዊት የሚያምኑት ኣቶ ያየሰው ሽመልስ በዛሬ ምሽት ትንታኔያቸው
የ3ቱ ጄቶች ፍሬቻ አይሰራም ፣ አንደኛው ጄት ስፖክዮ የለውም - ተሰርቋል ፣ ሁለቱ ጄቶች ካራኪኖ ሰብረዋል ፣ በተለይ የአንደኛው ጄት ሞተር ፌክ ነው፣ ጄቱ ላይ የተገጠመው ሞተር የኤንትሬ መሆኑን ethioforum አረጋግጣለች ።
#Beekaa 😂
ገዳ ኮማንዶ ትግራይ ገባ ይላል፣ ቱልቱላው ያየሰው ሽመሊስ።
እና ምን ችግር አለው ትግራይ ሀገሩ አይደለም?
አጋዝ ለ27 አመታት ኦሮሚያ በነበረበት እንደዝህ አይነት ዜና ሰርተሃል?
ጭባ🫵
And Eritrea 🇪🇷🤷🏾♀️
Ethiopia has taken delivery of 12 Russian-made Su-35 fighter jets and will later receive four S-400 air defence systems from Moscow as part of a drive to bolster its military capabilities, Ethiopian Prime Minister Abiy Ahmed said on Wednesday. reuters.com/world/africa/eth…
ATTENTION ❗️
Saba Saddettama keessaa kan Oromiyaa hin daangessine 20 hin caalu.
Saboota fi Sablammoota Jahatama oltu Oromiyaa Dangessa. Weerartuu gugurdoo akka Amaaraa fi Sumaalee haga, Tibiitanyaa didiqqoo akka Adaree!
Kana callaa niti. Sabni Saddeettammanuu, Bizinasii dhuunfaaf hookan Institushinii federaalan hookan NGOn dayatee Oromiyaa keessa jira.
Saddeettammaan kana keessaa carraa Argannaan Kan Oromiyaa diiguu fi Qircatuu hin hawwine hin jiru.
Oromoo Haala kana keessa jiru, Hattees, kadhattees, Mortees, Sobdees, Kontirabandiinis, Seeraqabeessaniis… Karuma fedheenuu ni hidhachiista. Qawwee Makanikaal ta’e Didiqqaa amma hikkadhaa jedhamu miti. Kan Addunyaan biraa ittiin Boonu haga Boombii Hayidirojinii…
Kana Tashkorommomaa walitti himna adoo hin taane, Sichi Karikulamii keessa galchinee dhaloota barsiifna.
Qoosaan Daangaa qaba!
Oromoon Surree kee ufirratti gurgurtee yeroo Sibilaan bakka buufattu amma!
Kanuma🫵
Allergic to civilisations, there’s still communities among Amhra in Northern Ethiopia 🇪🇹, dressing raw (unprocessed) sheepskin, and believing that they are superior to humans 😂
Amma Roobii ganamni darbee guyyaan qixxaatuu heda. Makkalakayan Roobii Lola Moyaalee jidduu seena jedhame sun hin jiru. Haga ammaa hin seenne, Seenuuf Karoora qabaachuu wanti qabatamaan agarsiisullee hin muldhatu.
Akka Seenaa irraa beeknu, weerartuun Somalee cabuu yoo hubate qofa ariifatee seena.
Lola yeroo dhiyoo (2018) irraa akka yaadannu; haga Booranni goolamu caldhisee laalaa ture. Booranni walitti Birmatee jara qolatee, Moyaalee gadi gugsee Daangaa isaa ala gaafa baasu, saffisaan seenee Somaalee dugdatti baatee Moyaaletti deebise.
Ammas Sanumatu Karoorfame fakkaata.
Booranni Of eeggannaa cimsi.
Tumsi Booranaaf haa taasifamu.
Hanqinni guddaan Meeshaadha!
Meeshaa gumaachaa
#Moyaalee 🫵
Farah is a terrorist enabler in Horn of Africa 🫵
🚨BREAKING NEWS:
This Somalian-Kenyan Anti semitic MP from Kenya is publicly calling to kill Jewish Israeli civilians. He says: “We need Somalian volunteers in millions to go through the border of Syria & Lebanon & slaughter those bastards”. Farah Maalim calls for extermination of all Jews as he request Somalian Kenyans to join in this act of violence & terrorism.
These are the people who want to destroy American society and western Values ‼️
Ethiopian Orthodox is in Crusade mode!
Militarizing religion and provoking violence, against the secular system and multicultural society 🫵
DHIIRA BOORANAA IRRAA WAAN BARATAMUU QABU!
1) Lolli Boorana irratti banamnaan, Dhiirti sababa kamuu dhiyeessitee lola hin haftu. Cidhan qaba, Fatanaan qaba, Bizinasii minaammin hin dalagu. Lolarraa haftee, lola booda Boorana keessa hin jiraattu. Ani Boorana jettees hin himattu. Qoqqobbii jajjabaa, Social isolation fi Tarkaanfii jabaat si eeggata.
2) Fagoo jirtaa?
Fageenya irraa bilbiltee, “Maal keessa jirtu, akkam taatan, mee odeeffannoo…?” Jattee hin gaafattu. Gaafatuuf carraa hin argattu, gaafattus deebii hin argattu. Deebiin jirtu, Gadi koottuu! Callaa.
Gad dhuftee jagna waliin daangaaf kufta.
Duri gaafa University barannu, joollee Fatanaa dhiisanii Booranatti Lolli baname jedhanii deeman dinqisiifanna ture.
Amma nama Amerikaa fi Awuroppaa irraa galee lolun arge. South Africa, Keniyaa fi Finfinnee nami gale lakkoofsa hin qabu.
3) Lolli akka goosaatti itti banamnaan qabeenyi dhuunfaa hin jiru. Waa hundi kan gosaati. Lola qolachuuf oolfama. Kan Meeshaa lama qabu, Dhiira harka duwwatti tokko kenna. Lola booda lakkaayamee deebifamaaf.
Kan Midhaan qabu gutummaan gumaacha. Kan Bessee qabu of hin qusatu. Akkasiin Gamtaadhaan Lola qolatanii, lafa Nagaatti Herrega gumaata isaanii buufatu.
Warri Kaan Hoo?
Wal beekna 🫵
Absolutely 💯
The reported laying down of arms by General Yohanes (John Medid,) one of the key military commanders of Tigray’s armed forces that is serving the faction of Debretsion GebreMichael, is far more than another battlefield development. It is a devastating blowback striking at the very heart of the arrogant, self-serving military clique that helped entrench Tigray’s rotten political order. For years, this group confused military might with political legitimacy, wartime heroism with permanent entitlement to power, and the sacrifices of an entire society with a mandate to protect a shrinking circle of TPLF hardliners and predatory economic oligarchs. The political machinery they helped build to perpetuate their dominance is now unraveling under the weight of its own contradictions.
Al-shebab Insurgents terrorizing the entire Horn of Africa. Not only Christians, but also murdering Wakeffata Oromo pastoralists in Borana
Christians are hunted and slaughtered all over Africa and the Middle East
More than 100 churches have been burned and vandalized across Canada in the last five years
We must put an end to these evil, hate-motivated attacks
Christians across the world must unite with one another in the face of these atrocities
ላለፉት 6 አመተት በሙርኮኛ ትሪክት ስንት-መቶ Content ሰርቶ ስደሰኩር የኖረው ያየሰው Ethi-Forum፣ የወያኔ ጀነራሎችን መማረክ ባላየ ላሽ አለ ኣ❓
ሀቱ ሃdhaረው🫵
Dhiyootti Shigishigiin Ji’opolitikaa hin jiraata.
“Reconfiguration” ajaa’ibaa arguu malla. Qabxii Sadiihi!
1) Pershitti aanee Targetiin Sirkaala Ayyudaa inni guddaan Turkiidha. Turkiyeen Miseensa NATO waan taateefu kallattiin hin waraantu. Alatti qaxaqqaxxee naaffessiti. Bakki isiin itti naffa’uuf Karoora qabdu tokko Somaliyaa keessa. Lolli kuni nun hanqatu. Oromoon bakkuma jiru jirutti leenjii loltummaa haa jabeechu.
2) Abiyyi waan eegu qaba malee Ektiraa ima deema. Deemsa Abiyyi akka Ixiyophiyyaatti deemuuf burden guddaan kan Oromoo ta’a. Kana Oromoon jaalatee, Abiyyi deggaree waan loleef miti. Akka Addunyaan Munyuuqa sirna phiphi define itti tolchitetu sani.
Sirkaala teenna Bosonaa dabalatee, Oromoo madadaan if eeggannaa fi Ayinaquraanyaan haalota laaluu barbaachisa. Ammas Dargaggoon Oromoo Mooraa isatti dhiyoo jirutti maqee Leenjii loltummaa akka fudhatu Jenna.
3) Lolli Sudaan dhiibee dhufee Funyaan teenna jala jira. Piroksiin Kuruuruu fi Emirati 🇦🇪 Milkaayaa hin jiru. Burhan fi Egypt 🇪🇬 fa’a akka mo’an beekamaadha. Eega mo’an booda quzzamaa lolaan duuba kan jedhamut jira. Hujii reconstruction, Mootummaa ijaaruu fi Sivilii dandamachiisuu.
Tuni deebiyee atakara keessoo guddaa Dhala. Atakara Sana gara alaatti baasuun dirqama. Garri jarri itti baastu lamuma. Tokko Chad 🇹🇩, lammeessoon Ethiopia 🇪🇹.
Gara Chad kanaa Egypt waa takka interest hin qaddu. So nyaarri garanuma.
Amallee Burden guddaan kan Oromoo ta’a. Iyyoo iyyoo, nu PP mormuut turre, Ximdoo deeggaraa turre, nun laallatu jedhuu malta. Ajandaan lolaa sana miti. Ima naffa’amta. Hidhannoo fi Ogummaa malee of dagattee dhaabattee eegnaan hin nyaadhamta. Lubbun haftu biyya dhabda.
Eeyyen, of Dagataan biyya dhaba… jedhameera.
Ruufa marattee maaf dhaabatta of gattees…. Yaayyuu jedhame.
Feetuu PP feetu Bosonatti gorii leenjii fi qawwee fudhu jechumaafi 🫵
Booranni of eeggannoo tolchi.
Sochiin lola dhaabsisuu Gama federalatiin Taasifamut jiru humtuu hin muldhatu.
Haga makkalakayan Bandiraa qabatee jidduu lixuu agartutti qawwee kee gadi hin deebisiin.
Hubachiisa; Polisiin Federalaa Wal Waraansa Naannolee jidduu seenee lola dhaabsisuuf Aangoo heeraa hin qabu.
Makkalakayaa Callaa!
Abbootin Qabeenyaa Garrii fi Somaalee Bessee guddaa walta buusanii, Komandaroota Federalaaf akka Sabotage tolchan yaallamaa jira jedhama.
Fakkeennaf Polisiin Federalaa muraasni dhufee hoo akka dhukaasa dhabdan ajaje didaa.
#Moyaalee 🫵














