Qeerroo Bilisummaa Oromoo (@Qeerroo2011) header
Qeerroo Bilisummaa Oromoo (@Qeerroo2011) profile picture

Qeerroo| The National Youth Movement for Freedom and Democracy https://teapawt.net/t.co/TRXzHfsWMb https://teapawt.net/t.co/ZhipoMEhQ1

Joined October 2021
Photo by Qeerroo Bilisummaa Oromoo (@Qeerroo2011)Photo by Qeerroo Bilisummaa Oromoo (@Qeerroo2011)Photo by Qeerroo Bilisummaa Oromoo (@Qeerroo2011)Photo by Qeerroo Bilisummaa Oromoo (@Qeerroo2011)Photo by Qeerroo Bilisummaa Oromoo (@Qeerroo2011)Photo by Qeerroo Bilisummaa Oromoo (@Qeerroo2011)Photo by Qeerroo Bilisummaa Oromoo (@Qeerroo2011)Photo by Qeerroo Bilisummaa Oromoo (@Qeerroo2011)Photo by Qeerroo Bilisummaa Oromoo (@Qeerroo2011)Photo by Qeerroo Bilisummaa Oromoo (@Qeerroo2011)
Please note the following are our communication and social media channels. Follow us: 1. Twitter: teapawt.net/Qeerroo2011/ 2. Facebook: facebook.com/SQeerroo/ 3. Telegram Channel: t.me/Qeerroo2011/ 4. Instagram: instagram.com/qeerroo2011/ 5. YouTube: youtube.com/@Qeerroo2011
9
1
23
2,842
Sirni badii Abiyyi Ahimed Oromiyaa ulaa cufatti abdii kutannaa hamaadhaan namoota Siyaasa kamirraayyuu bilisa ta’an jumlaan ajjeesaa jira.
1
2
342
Qeerroo Bilisummaa Oromoo retweeted
#Ethiopia - ‘It is time to put people first’, #US Ambassador Ervin Massinga The United States calls on the Ethiopian “federal government to immediately seize the use of drone strikes against its own people and facilitate resolutions.” In a statement issued this mroning, the U.S. also called on groups involved in Ethiopia’s ongoing armed conflicts, specifically addressing the #Fano militia in the #Amhara region, and the Oromo Liberation Army (#OLA) in the #Oromia region, to pursue peace and stability. Addressing the Fano, the US calls on the groups “to come forward with realistic and peaceful objectives,” while it calls on OLA “to advance negotiations” to end the six-years long conflict in the region. In a message highlighting the importance of prioritizing the needs of civilians, the U.S. said: “It is time to put people first by implementing lasting solutions to Ethiopia’s internal conflicts, enabling internally displaced persons to return home, ensuring children can attend school and access healthcare, and ending lawlessness that masquerades as part of armed struggle.” “It is time to pursue peace and stability.”
29
54
4
115
21,803
Qeerroo Bilisummaa Oromoo retweeted
The Ethiopian government must immediately release Yonatan Dagnew,President of Ethiopian Health Professionals Association&others detained over the planned healthcare strike across #Ethiopia.Authorities must respect the right to peaceful assembly&stop harassing health care workers.
42
393
36
762
50,021
*Fano’s Oromia Massacres: A Continuation of Tigray’s Genocidal Terror as the World’s Silence Fuels Terrorism* In Abee Dongoroo district of Horroo Guduruu Wallagga Zone, Oromia Region, Amhara Fano militia, emboldened by Nobel’s "Peace" Impostor Abiy Ahmed’s complicity, unleashed a genocidal massacre chillingly reminiscent of their Tigray atrocities. The Oromia National Media–Arrata Biyyoolessaa Oromiyaa (ONM-ABO) reported on April 1, 2025, that on March 28, 2025, Fano extremists executed 15 Oromo youths in a single location, leaving many others wounded, locals told ONM-ABO. The victims, identified as : 1. Gabayyoo Kumsaa, 2. Gaddafaa Birruu, 3. Faqqadaa Baqqalaa, 4. Garramuu Hordofaa, 5. Gaddafaa Dabaloo, 6. Tamasgeen Dassaalee, 7. Gidumaa Gaarii, 8. Mootummaa Nugusaa, 9. Daanyee (last name or middle name unknown) 10. Hurumoo Elemoo, 11. Kafaalee Goraash, 12. Abdii Bakar, 13. Camadaa Darajjee, 14. Obsa Abdallaa, and 15. Taammiruu Tolasaa with three others still missing. This slaughter stands in violation of Ethiopia’s *Constitution (FDRE)* Article 15, protecting the right to life—yet these jackals, like Argentina’s junta death squads, kill with impunity. It flies in total disregard to the *International Covenant on Civil and Political Rights (ICCPR)* Article 6, banning arbitrary execution—a law Abiy’s regime scorns. Since Abiy’s rise in 2018, Fano and ultranationalist Amhara groups have been complicit partners of his Prosperity Party (PP) government, notably during the Tigray War (2020-2022), where they worked alongside federal forces to perpetrate atrocities against Tigrayans and Oromos. A 2021 CNN investigation by Nima Elbagir exposed Fano’s role in mass killings and sexual violence in Tigray, mirroring Sierra Leone’s RUF terror tactics—a genocidal blueprint now replicated in Oromia. Wollaggaa, renowned for its immeasurable hospitality since time immemorial, welcomed Amhara settlers during Mengistu Hailemariam’s famine, with Oromos clearing forests, building shelters, and harvesting for them until they recovered—living in peace until the post-2018 EPRDF era. Yet, Fano and the youth-led Amhara National Movement (ANM), fueled by ultranationalist Amhara diaspora, have unleashed a campaign of lies on social media, alleging Oromo hostility to justify massacres like this one. Fano’s claim of defending Amhara rights lacks credibility, as their rebellion—sparked after the 2022 Pretoria Peace Agreement—stems from fear of accountability for their crimes in Tigray and West Oromia, particularly Wollaggaa. Pro-Amhara activist sources on the web reveal their targeting of Wollo settlers in Wollaggaa—Amharic-speaking Oromos they label “Muslim Oromos” to be “wiped out”—while sparing Amharas from Gojam, Gonder, or Shoa, exposing a sinister conspiracy to fracture Oromo unity. This selective violence defies the *Constitution* Article 17 and *Convention Against Torture (CAT)* Article 16—standards these sadists, akin to Honduras’ death squads, mock. Like Myanmar’s Tatmadaw or Sudan’s Janjaweed, Fano’s diaspora-backed terror targets Oromos and Wollo settlers to sow division, breaching the *African Charter on Human and Peoples’ Rights (ACHPR)* Article 4—life’s sanctity trashed. The international community’s silence—@WhiteHouse, @StateDept, @UN_HRC, @hrw, @amnesty, @EU_Commission, @vonderleyen, @EmmanuelMacron, @OlafScholz, @NobelPrize, @IntlCrimCourt, @nimaelbagir, @CNN, @BBCWorld, @AlJazeera, @JoeRogan, and global media—perpetuates Fano’s terrorism, echoing their unpunished Tigray genocide. This inaction emboldens a regime that stains Abiy’s Nobel legacy with blood. Oromos decry this relentless nightmare—an impostor’s terror spiraling unchecked in Horroo Guduruu Wallagga
1
1
400
Addi Bilisummaa Biyyaalessa Ogaaden (ONLF) jibbiinsa hamaa Oromootiin machaa’ee Oromoo irratti Uummata Somaalii kakaasuuf sochiin godhu kamuu fudhatama hin qabu. Uummati Oromoo akkuma Uummata Somaalii gabrummaa ofirraa qolachuuf qabsoo jabaa geggeessaa jira. Addi Bilisummaa Biyyaalessa Ogaaden (ONLF) garuu haqa kana duubaatti dhiisuudhaan, Qabsoo hidhannootiif Uummata kakaasuuf hadheessaa Oromoo irratti godhu jabeessee itti fufee jira. Dhimma kanarratti Qeerroon Bilisummaa Oromoo qabsoo Addi Bilisummaa Biyyaalessa Ogaaden (ONLF) sirna gabroomsaa irratti godhu kabajaa, Maq-balleessii Oromoorraa akka of qusatus akeekkachiisa! @ONLFofficial
4
245
The actions taken by ONLF (Ogaden National Liberation Front) that escalate hostility against the Oromo people, aimed at inciting the Somali community against the Oromo, are completely unacceptable. The Oromo people, like the Somali people, are engaged in a strong struggle to free themselves from oppression. ONLF, however, disregarding this reality, has intensified its efforts to incite the Somali community into armed struggle by fueling hostility against the Oromo people. Regarding this matter, Qeerroo Bilisummaa Oromoo (Oromo Liberation Youth) warns ONLF to respect the Oromo people and refrain from actions that dishonor their struggle, focusing instead on combating oppressive systems. @ONLFofficial
3
377
Qeerroon Bilisummaa Oromoo kallattiin Waraana Bilisummaa Oromoo waliin kan hojjetuun alatti beekamtii dhaabaatiin ala kan socho’u kamuu Qeerroo Bilisummaa Oromoo kan bakka hin buunedha. Bitootessa 16, 2025 murni ‘Qeerroo Bilisummaa Oromoo’ jedhee of waamu, Magaalaa Finfinnee keessatti namoota garaagaraa kanneen farra Qabsoo Bilisummaa Oromoo ta’an faana “kora geggeeffanneerra” kan jedhu kijiba ta’uuf Qeerroo Bilisummaa Oromoo kan bakka hin buune ta’uu hubachiifna. Qeerroon Bilisummaa Oromoo Sadaasa 08, 2021 erga Hooggantootaaf Qondaaltota Waraana Bilisummaa Oromoo faana waltajjii godhachuun kallattii gara fuul-duraa akeekkatee as, karaa danda’e cufaan Qabsoo tumsuuf sirna Uummata Oromoo nyaatuuf ajjeesu irratti bifoota garaagaraan qabsoo godhaa jira. Irra caalaattis Waraana Bilisummaa Oromoorraa qajeelfama kallattii fudhachuun Oromiyaa keessatti karaa ni fayyada jedhame maraan hojiitti jira. Kun kanaan osoo jiruu qaamoti Mootummaa nama nyaataa Uummata Oromoo lafarraa daguugaa jiruuf tumsa kennuuf magaalaa keessatti akka waan faallaa Mootummaa ta’eetti of ibsu kamuu fudhatama akka hin qabne gadi jabeessinee Uummata Oromoo hubachiifna. Injifannoon Uummata Oromoof! Finfinnee, Oromiyaa Bitootessa 17, 2025
2
250
Qeerroon Bilisummaa Oromoo kallattiin Waraana Bilisummaa Oromoo waliin kan hojjetuun alatti peekamtii dhaabaatiin ala kan socho'u kamuu Qeerroo Bilisummaa Oromoo kan bakka hin buunedha.
1
2
222
Extrajudicial Execution of Civilians Continue Unabated in Oromia, Ethiopia (SQ-March 10, 2025) Dawit Bekana, a father of 5 children, including a one year old twins daughters and resident of Burayu Sub-city in Sheger City of Oromia region is in comma, brutally beaten by local police. This happened last night, March 7, on Friday evening around 9:30-10:00. After being taken out of his home by people in civil dress, he was found fall unconcious in the local health station where some of the police officers dropped him there and left. This decent man is still in comma threatening his life to death. It is disheartening to see his little children and wife are helplessly greiving.
1
4
6
503
The worst acts are being committed against the Oromo people. This how Abiy Ahmed`s Interahamwe soldiers conduct "law and order operations" across Oromia: by executing civilians point-blank, every day.
1
5
6
619
Amajjii 01 Guyyaa WBO fi jijjiirraa bara haaraa 2025 baga geessan! Barri kun kan Walabummaa, Birmadummaaf Bilisummaa Uummata keenyaaf akka ta’u hawwaa Qabsoon roga maraan jabaatee akka galma ga’u dhaammanna!
2
4
323
Gantummaaf Sababni hin jiru!
2
4
401
Mootummaa Abbaa Irree Abiyyi Ahimed irrattti mormiin eegale. (SQ-Waxabajjii 03, 2024) Murni Abbaa irree Abiyyi Ahimediin durfamu kan Oromoof rifaatuu homaatuu hin qabne, iyyeessota ilmaan Oromoo kuma dhibbaan lakkaawaman maqaa “ijaarsa seeraan alaa” jedhuun karaarratti hambisaa turuu Sagaleen Qeerroo gabaasaa ture. Yaadannoon yeroo dhihoofi haga ammaayyuu itti fufee jiru Hundeeffama Caaseffama haaraa Magaalaa Shaggar jedhamuutiin rakkoo fi dararaa jabaan ilmaan Oromoo irratti adeemaa jiruuf ture salphaa miti. Haaluma kanaan adeemsa diigumsa manaa kana babal’isuun Godina Shawaa Bahaa Magaalaa Adaamaa keessatti adeemsisaa kan turan guyyaa har’a bakka boolloo jedhamutti mormiin jabaan mudachuu maddeen SQf mirkaneessani. Sirna abbaa irree irratti dammaquun fala filannoo hin qabne.
4
11
970
Ethiopian Airforce loses one TB2 drone with its loaded artilleries(grenade), in Horo Guduru Walaga of Oromia today.
5
11
922
Oduu Addaa (SQ-Caamsaa 22, 2024) Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Abee Dongoroo Ganda Caancoo keessatti Drone n Faashistii Abiy Ahimediin akka Uummata Oromoo fixxuuf bobbaate, boombii hedduu waliin maasii qonnaan bulaa keessatti kuftee argamteetti.
1
3
16
1,189
Murni gidirsaan PP Mirga namummaa dhala namaa sarbuun rakkoo ulfaataa ilma namaarraan gahaa jira! (SQ-Caamsaa13, 2024) Godina Harargee Bahaa Aanaa Jaarsoo Araddaa Gaara Abdullaatitti Abbaa Maatii Obbo Iisaa Abdii Ussoo jedhaman dirqamaan Mooraa Leenjii Waraanaa deemuu qabdu jechuun reebicha jajjabaa irratti raawwachuun bifa suuraan mul’atu kanaan miidhaa ulfaataa irraan gahanii jiru. Duulli ilmaan Oromoo Mooraa Leenjii Waraanaatti guuruu kun kan duraa olitti jabaachuudhaan Oromiyaa cufa keessaa Saala, Umurii fi fayyummaa osoo adda hin baasne kan guuraa jiran ta'uu Maddeen SQ bakkoota hedduurraa nuuf mirkaneessaniiru.
18
7
29
1,967