Abiyyi
Harmeen kun Abee Dongorootti Finxaalessa Faannootiin Ajjee*famani ๐
Oyiruu Ofiirratti bifa Kanaan salphachuun waan hin malle ๐ฅบ
#Justice_For_Abee_Dongoroo
#Justice_For_Kiiramuu
2
107
ู
ูุฑู
ุง ุงูุฃุตููุ ู
ู ุจูุฑุงูุชูุชุด.
ูุนู
ุ ูู ุณุชุณุชุบู ุงูุญููู
ุฉ ูุฐุง ุงูุฃู
ุฑ ุณูุงุณููุงุ ูุนู
ุ ุฃุนูู
ุฃูู ุณููุญู
ูู. ููููู ูุง ุฃุนุชูุฏ ุฃูู ููุจุบู ููุง ุงูุชุฒุงู
ุงูุตู
ุช. ุงูุฌุจุงู ุงูุชู ุชุฑูููุง ุนูู ุงูุฃุฑุถ ููุณุช ุณูู ุฌุจุงู ุงุซูู ุนุดุฑ ุดุฎุตูุง ููุท ู
ู ุจูู ูุซูุฑูู.
MORMA OF THE ORIGINAL,OF THE BORANTICH.
Yes, will the government draw political interest from this? Yes, I know it will download. But I donโt believe we should be silent. The foreheads you see on the ground are the foreheads of only 12 people out of many.
MORMA ANGAFA OROMOO,KAN BOORANTICHAA.
Eeyyee, mootummaan kana irraa dantaa siyaasaa ni buufata? Eeyyeen beeka ni buufata. Garuu callisuu qabna jedhee hin amanu. Mormi isin lafatti argitan kun morma namoota danuu keessaa morma namoota 12 qofa.
๐ช๐น Welcome to the daily life in the failed state of #Ethiopia colonial project where many nations are held hostage by a few powerful satanic minority.
WBO dhan booji'amuuf carroomudha
"Namaa 250 turree namni 23 harkaa kennaanne kan daaraa botoroo ta'ee" jedhee mucaan๐.
@JlMonera95724 โ๐พ๐๐พ๐๐พ๐ฆ๐ช๐พ
TPLF Dirree Xiyyaaraa Guddicha Qabattee jirti
ุจุนุฏ ุณูุทุฑุฉ ู
ูุงุชูู ุฌุจูุฉ ุชุญุฑูุฑ ุชูุบุฑุงู ุนูู ู
ุทุงุฑ ุนุงุตู
ุฉ ุงูุฅูููู
.. ู
ุง ุฃุจุฑุฒ ุงูุชุทูุฑุงุช ุงูู
ูุฏุงููุฉุ
#ุงูุฃุฎุจุงุฑ
1
167
Galatoomaa WBOn Carraa Saba keessaniif kennitaniif
๐ Zoom Link:
us02web.zoom.us/j/8813776410โฆ
๐ Webinar ID: 881 3776 4101
Passcode: 964483
Kabajamtoota miseensota fi hirmaattota hawaasa Oromoo biyya ambaa,
Marii Hawaasa Oromoo Biyya Ambaa Fulbaana 12, 2026 gaggeeffamu irratti yeroo keenya sirnaan fayyadamuun, hirmaattotaafis yaada isaanii balโinaan dhiyeeffatan haala aanjessuuf;
Dhimmoonni ibsa barbaadan, qabxiileen irratti mariโachuun fardii taโe, akkasumas afaanfajjii qulqulleessuu dandahan, gaaffilee, yaadaa fi qabxiilee marii irratti kaasuu barbaaddan hunda karaa teessoo armaan gadiitiin nuuf erguun marii sadarkaa isaa eeggate akka gaggeessinu waan nu gargaaruuf;
Gaaffilee dursitanii nuuf erguun mariin keenya sirnaan akka qindaaโu, yeroo akka qusannu, akkasumas hirmaattonni baayโeen dubbachuu fi yaada isaanii dhiyeeffachuuf carraa akka argatan hiree waan kennuuf;
Gaaffilee fi qabxiilee marii irratti kaasuu barbaaddan dursitanii akka nuuf ergitan kabajaan isin gaafanna.
Teessoo gaaffii itti ergitan:
_______________________________
Hirmaannaa, tumsaafi yaada keessaniif galatoomaa.
Qindeessitoota Marii Hawaasa Oromoo Biyya Ambaa
#highlightseveryone #highlightsใทใ






















